-
Fakkeenya 21:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Haadha manaa nyakkistuu taatee wajjin mana tokko keessa jiraachuu mannaa
Golee baaxii manaa irra jiraachuu wayya.+
-
-
Fakkeenya 25:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Haadha manaa nyakkistuu taatee wajjin mana tokko keessa jiraachuu mannaa
Golee baaxii manaa irra jiraachuu wayya.+
-
-
Fakkeenya 27:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Haati manaa nyakkistuu taate akkuma baaxii guyyaa roobu hundumaatti dhimmisuu ti.+
-