Lakkoofsa 14:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Haa taʼu malee, isaan of tuulummaadhaan gara fiixee gaarichaatti ol ni baʼan;+ taabonni kakuu Yihowaa fi Museen garuu buufaticha walakkaadhaa hin sochoone.+ Asteer 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Boodas mootichi, “Mooraa keessa kan jiru eenyu?” jedhee gaafate. Yeroo kanatti Haamaan Mordekaay jirma inni isaaf qopheesse irratti akka fannifamu+ mootichatti dubbachuuf gara mooraa mana mootichaa isa alaatti+ dhufee ture.
44 Haa taʼu malee, isaan of tuulummaadhaan gara fiixee gaarichaatti ol ni baʼan;+ taabonni kakuu Yihowaa fi Museen garuu buufaticha walakkaadhaa hin sochoone.+
4 Boodas mootichi, “Mooraa keessa kan jiru eenyu?” jedhee gaafate. Yeroo kanatti Haamaan Mordekaay jirma inni isaaf qopheesse irratti akka fannifamu+ mootichatti dubbachuuf gara mooraa mana mootichaa isa alaatti+ dhufee ture.