14 Ati garuu eenyu irraa akka baratte waan beektuuf, wantoota barattee fi itti amante sanatti cimii itti fufi;+ 15 daaʼimummaa keetii jalqabdee+ Kitaabota Qulqulluu+ fayyina Kiristoos Yesuusitti amanuudhaan argamuuf ogeessa si gochuu dandaʼan baratteetta.+