-
Hojii Ergamootaa 13:8-10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Eliimaas inni falfalaa taʼe sun garuu (“Eliimaas” jechuun “falfalaa” jechuu dha) bulchaan biyyaa sun amantii kana akka hin fudhanne dhowwuu barbaadee isaan mormuu jalqabe. 9 Yeroo kanatti Saaʼol inni Phaawulos jedhamu hafuura qulqulluudhaan guutamee hubatee isa ilaalee 10 akkana jedhe: “Yaa namicha gowwoomsaa fi hammina hundumaatiin guutamte nana, ilma Diyaabilos,+ diina wanta qajeelaa hundumaa, daandii Yihowaa* isa sirrii jalʼisuu hin dhiistuu?
-