1 Saamuʼel 24:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yihowaan anaa fi si gidduutti murtii haa kennu;+ Yihowaan si irratti haaloo naaf haa baʼu+ malee, ani harka koo si irratti hin kaasu.+ Faarfannaa 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.
12 Yihowaan anaa fi si gidduutti murtii haa kennu;+ Yihowaan si irratti haaloo naaf haa baʼu+ malee, ani harka koo si irratti hin kaasu.+
5 Yihowaan, “Warri miidhaman waan cunqurfamaniif,Warri hiyyeeyyiinis waan aadaniif,+Tarkaanfii fudhachuuf nan kaʼa. Warra isaan tuffatan* jalaas isaan nan oolcha” jedheera.