-
Fakkeenya 9:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Namni nama qoostuu taʼeef sirreeffama kennu salphina ofitti waama,+
Namni nama hamaadhaaf sirreeffama kennu hundis of miidha.
-
-
Fakkeenya 26:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Atis akkuma isaa akka hin taanetti,*
Nama gowwaadhaaf akka gowwummaa isaatti isaaf hin deebisin.
-