-
Keessa Deebii 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Biyya Waaqni kee Yihowaan akka dhaaltu siif kennu keessatti dhaala kee yommuu fudhattu, mallattoo daangaa nama kan biraa isa abbootiin kee kaaʼan iddoo isaatii hin siqsin.+
-
-
Fakkeenya 22:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Mallattoo daangaa bara durii isa abbootiin kee kaaʼan
Iddoo isaatii hin siqsin.+
-