-
Uumama 19:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Kanaafuu, gaafa sana galgala akka inni dhuguuf irra deddeebiʼanii abbaa isaaniitiif daadhii wayinii kennan; achiis ishiin angafaa seentee abbaa ishii wajjin ciiste; inni garuu yeroo ishiin dhaqxee ciistes taʼe yeroo ishiin kaate hin beekne.
-