1 Mootota 10:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture. Fakkeenya 15:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mana nama qajeelaa keessa qabeenya hedduutu jira,Oomishni* nama hamaa garuu rakkina isatti fida.+
23 Kanaafuu, Solomoon Mootichi badhaadhinaa+ fi ogummaa+ isaatiin mootota lafa irra jiran kaan hundumaa irra ni caala ture.