Fakkeenya 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani gorsa gaarii fi ogummaa qaba;+Hubannaanii+ fi humnis+ kan koo ti. Fakkeenya 21:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Namni ogeessi magaalaa namoota jajjaboo irratti ol baʼuu* dandaʼa,Jabina isaan itti amanamanis ni laaffisa.+
22 Namni ogeessi magaalaa namoota jajjaboo irratti ol baʼuu* dandaʼa,Jabina isaan itti amanamanis ni laaffisa.+