LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 20:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Mariidhaan* karoorri ni milkaaʼa,*+

      Qajeelfama ogummaa irratti hundaaʼeen waraana kee geggeessi.+

  • Luqaas 14:31, 32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Yookiin mootiin mootii kan biraa irratti waraana banu tokko loltoota 10,000 qabatee isa loltoota 20,000 qabatee isatti dhufu moʼuu dandaʼuu fi dhiisuu isaa beekuuf jalqaba taaʼee gorsa hin gaafatuu? 32 Moʼuu hin dandaʼu taanaan garuu, mootiin isa waraanuu dhufu utuma fagoo jiruu ambaasaaddaroota* isatti ergee nagaan akka buʼu kadhata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi