Efesoon 4:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+
25 Kanaafuu, nuti amma kutaawwan qaama tokkoo+ waan taanee fi gowwoomsaa of irraa baasnee waan gatneef, tokkoon tokkoon keessan dhugaa namatti dubbadhaa.+