Maatewos 5:37 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Dubbiin keessan ‘Eeyyee’ yoo taʼe eeyyee, ‘Lakki’ yoo taʼe lakki haa taʼu;+ kanaan ala kan taʼe kan isa hamaa sanaa ti.+
37 Dubbiin keessan ‘Eeyyee’ yoo taʼe eeyyee, ‘Lakki’ yoo taʼe lakki haa taʼu;+ kanaan ala kan taʼe kan isa hamaa sanaa ti.+