Faarfannaa 137:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+“Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan. 4 Biyya ormaa keessattiAkkamitti faarfannaa Yihowaa faarfachuu dandeenya?
3 Achitti warri nu boojiʼan faarfannaa tokko akka isaaniif faarfannu nu gaafatan,+“Faarfannaawwan Xiyoon keessaa isa tokko nuu faarfadhaa”Jedhanii nutti qoosuudhaan akka isaan bashannansiisnu barbaadan. 4 Biyya ormaa keessattiAkkamitti faarfannaa Yihowaa faarfachuu dandeenya?