LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 20:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yoʼaabis Amaasaadhaan, “Yaa obboleessa koo, fayyaa dhaa?” jedhe. Achiis Yoʼaab kan isa dhungatu fakkeessee harka isaa mirgaatiin areeda Amaasaa qabate. 10 Amaasaan goraadee harka Yoʼaab irra ture irraa of hin eegganne; Yoʼaabis goraadee sanaan garaa isaa waraane;+ marʼimaan isaas lafatti jige. Irra deebiʼee isa waraanuun isa hin barbaachisne; siʼuma tokko waraanee isa ajjeese. Achiis Yoʼaabii fi obboleessi isaa Abishaay Sheebaa ilma Bikrii ariʼuu isaanii itti fufan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi