Faarfannaa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani nan ciisa, nan rafas;Yihowaan na gargaaruu isaa waan itti fufuuf,Nagaadhaan nan dammaqa.+ Fakkeenya 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yommuu deemtu si qajeelcha;Yommuu ciistu dhaabbatee si eega;Yommuu dammaqxus sitti dubbata.*