-
Fakkeenya 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Jalʼina haqaatiin galii guddaa argachuu mannaa,
Qajeelummaadhaan wanta xinnoo argachuu wayya.+
-
-
Fakkeenya 19:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Gowwaa taʼanii soba dubbachuu mannaa
Hiyyeessa taʼanii amanamummaadhaan deddeebiʼuu wayya.+
-