Maarqos 10:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yesuusis isa ilaalee isa jaallate; achiis, “Wanta tokkotu sitti hirʼata: Dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
21 Yesuusis isa ilaalee isa jaallate; achiis, “Wanta tokkotu sitti hirʼata: Dhaqi, wanta qabdu gurguriitii hiyyeeyyiidhaaf kenni; samii irratti qabeenya ni argatta; sana booda kottuutii duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.