LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 15:13-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dhuma irrattis, Saamuʼel yommuu gara isaa dhufu Saaʼol, “Yihowaan si haa eebbisu. Ani dubbii Yihowaa raawwadheera” isaan jedhe. 14 Saamuʼel garuu, “Maarree, sagaleen bushaayee fi sagaleen loonii ani gurra kootiin dhagaʼu kun maali dha?” isaan jedhe.+ 15 Yeroo kanatti Saaʼol, “Isaan kun Amaaleqota irraa kan fudhatamani dha; kunis kan taʼe namoonni kun bushaayee fi loon warra gaggaarii Waaqa kee Yihowaadhaaf aarsaa gochuuf waan hambisaniifi;* warra hafan garuu guutummaatti balleessineerra” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi