-
Fakkeenya 26:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Arrabni sobu warra sababa isaatiin miidhaman ni jibba,
Afaan sobaan warra kaan jajus badiisa namatti fida.+
-
-
Roomaa 16:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Namoonni akkasii garboota kan taʼan garaa isaaniitiif malee Gooftaa keenya Kiristoosiif miti; isaan arraba laafaa fi dubbii sobaatiin garaa namoota hin shakkinee sossobanii gowwoomsu.
-