-
Asteer 6:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Haamaan yommuu ol seenu mootichi, “Nama mootichi ulfina kennuufii barbaaduuf maaltu godhamuu qaba?” isaan jedhe. Haamaanis garaa isaatti, “Mootichi ana caalaa eenyuuf ulfina kennuu barbaada?”+ jedhee yaade.
-
-
Asteer 6:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Mootichis yeruma sana Haamaaniin, “Dafi! Uffatichaa fi fardicha fudhadhuutii wanta amma dubbatte kana Mordekaay Yihudicha isa karra mootichaa bira taaʼuuf godhi. Wanta dubbatte keessaa waan tokko illee hin hambisin” jedhe.
-