Leewwota 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “‘Namni* tokko namoonni ragaa akka baʼan* labsamuu isaa dhagaʼee,+ ragaa baʼuu utuma dandaʼuu yookiin dhimma sana argee yookiin dhagaʼee utuma jiruu, utuu hin dubbatin hafuudhaan cubbuu yoo hojjete, balleessaa isaatiif itti gaafatama.
5 “‘Namni* tokko namoonni ragaa akka baʼan* labsamuu isaa dhagaʼee,+ ragaa baʼuu utuma dandaʼuu yookiin dhimma sana argee yookiin dhagaʼee utuma jiruu, utuu hin dubbatin hafuudhaan cubbuu yoo hojjete, balleessaa isaatiif itti gaafatama.