Maatewos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Nyaata harʼaaf nu barbaachisu harʼa nuuf kenni;+ 1 Ximotewos 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, nyaataa* fi uffata* yoo qabaanne wantoota kanatti gammannee jiraachuu qabna.+