LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 36:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;

      Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+

       2 Inni hamma dogoggora isaa hubachuu fi jibbuu dadhabutti,

      Akka malee of jaja.+

  • Isaayyaas 65:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Isaan, ‘Ani si caalaa qulqulluu waanan taʼeef,*

      Achuma turi; natti hin dhihaatin’ jedhu.

      Namoonni kun akkuma aara funyaan koo keessa jiruu, akkuma ibidda guyyaa guutuu bobaʼuu ti.

  • 1 Yohaannis 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Cubbuu hin qabnu” jennee yoo dubbanne of gowwoomsaa jirra,+ dhugaanis nu keessa hin jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi