-
Leewwota 11:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 “‘Uumamawwan lafa irra yaaʼan keessaa kanneen kun isiniif xuraaʼoo dha: fuliyoo, hantuuta,+ loccuu akaakuu hundumaa, 30 lootuu, loccuu guddaa, loccuu bishaanii, loccuu cirrachaa fi gaararraa.
-