Faarfannaa 104:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Akkasumas daadhiin wayinii garaa namaa gammachiisu,+Zayitiin fuula namaa ibsu,Nyaanni garaan nama duʼuu akka cimu godhu akka jiraatuufi.+ Maatewos 27:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 achiis daadhii wayinii wanti hadhaaʼu itti makame akka dhugu isaaf kennan;+ inni garuu erga dhandhamee booda dhuguu dide.
15 Akkasumas daadhiin wayinii garaa namaa gammachiisu,+Zayitiin fuula namaa ibsu,Nyaanni garaan nama duʼuu akka cimu godhu akka jiraatuufi.+
34 achiis daadhii wayinii wanti hadhaaʼu itti makame akka dhugu isaaf kennan;+ inni garuu erga dhandhamee booda dhuguu dide.