LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Ximotewos 5:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Dubartiin abbaan manaa irraa duʼe tokko waggaa 60 ol yoo taatee fi haadha manaa abbaa manaa tokkoo qofa kan turte yoo taate galmee irratti haa galmeeffamtu; 10 ishiin ijoollee guddisuudhaan,+ keessummoota simachuudhaan,+ miila qulqullootaa dhiquudhaan,+ warra rakkatan gargaaruudhaan,+ akkasumas gochawwan gaggaarii hundumaatiif of kennuudhaan, hojii gaarii hojjechuu irratti maqaa gaarii kan qabdu+ taʼuu qabdi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi