Uumama 24:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Utuma inni kana dubbatee hin xumurin, Ribqaan hubboo ishii gateettii ishiitti baattee dhufte; Ribqaan intala Beetuʼel+ yeroo taatu, Beetuʼel immoo ilma Miilkaa+ ishii haadha manaa Naahor+ isa obboleessa Abrahaam taʼee ti. Uumama 24:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Kanaafuu, ishiin gara boolla bishaaniitti deddeebitee bishaan waraabdee bidiruu* isaan keessaa dhuganitti naqxe; gaalota isaa hundumaatiifis bishaan waraabde.
15 Utuma inni kana dubbatee hin xumurin, Ribqaan hubboo ishii gateettii ishiitti baattee dhufte; Ribqaan intala Beetuʼel+ yeroo taatu, Beetuʼel immoo ilma Miilkaa+ ishii haadha manaa Naahor+ isa obboleessa Abrahaam taʼee ti.
20 Kanaafuu, ishiin gara boolla bishaaniitti deddeebitee bishaan waraabdee bidiruu* isaan keessaa dhuganitti naqxe; gaalota isaa hundumaatiifis bishaan waraabde.