Abbootii Murtii 11:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Yommuu ishii argus uffata isaa tarsaasee, “Wayyoo, yaa intala too! Garaa koo cabsite;* kanan manaa baasu siini. Ani Yihowaadhaaf waadaa galeera;* duubatti deebisuus hin dandaʼu”+ jedhe.
35 Yommuu ishii argus uffata isaa tarsaasee, “Wayyoo, yaa intala too! Garaa koo cabsite;* kanan manaa baasu siini. Ani Yihowaadhaaf waadaa galeera;* duubatti deebisuus hin dandaʼu”+ jedhe.