1 Ximotewos 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+
10 Sababiin isaas, jaalalli maallaqaa hundee wantoota miidhaa geessisan hundumaa ti; namoonni tokko tokko jaalala kana utuu hordofanii daandii amantii irraa goraniiru, dhiphina hedduudhaanis of waraananiiru.+