Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Fakkeenya 16:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Beelli* isaa waan isa dirqisiisuuf,Namni hojjetaa taʼe fedhiin nyaataa* isaa cimee akka hojjetu isa godha.+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+
26 Beelli* isaa waan isa dirqisiisuuf,Namni hojjetaa taʼe fedhiin nyaataa* isaa cimee akka hojjetu isa godha.+