-
Fakkeenya 4:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ogummaa argadhu, hubannaas argadhu.+
Wantan jedhu hin irraanfatin, isa irraas hin gorin.
6 Isa hin dhiisin, innis si eega.
Isa jaalladhu, innis si golga.
-