LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 3:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni ogummaa argatu,+

      Namni hubannaa qabus gammadaa dha;

  • Fakkeenya 3:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warra ishii qabataniif, ishiin muka jireenyaa ti,

      Warri cimsanii ishii qabatanis gammadoo jedhamu.+

  • Fakkeenya 8:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namni na argatu, jireenya argata,+

      Yihowaa birattis fudhatama argata.

  • Fakkeenya 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Anaan kan kaʼe guyyoonni kee hedduu ni taʼu,+

      Waggoonni umurii keetiis siif dabalamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi