LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 24:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yaa ilma koo, Yihowaa fi mootii sodaadhu.+

      Michuu mormitootaas* hin taʼin,+

      22 Sababiin isaas, badiisni isaanii akkuma tasaa ni dhufa.+

      Lamaan isaanii* badiisa akkamii akka isaanitti fidan eenyutu beeka?+

  • Roomaa 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Waaqayyo biraa yoo taʼe malee aangoon waan hin argamneef,+ namni* hundi abbootii taayitaa iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu;+ abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti.+

  • Tiitoo 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootummootaa fi abbootii taayitaatiif+ akka bitamanii fi akka ajajaman, akkasumas hojii gaarii hundumaatiif kan qophaaʼan akka taʼan isaan yaadachiisuu kee itti fufi;

  • 1 Pheexiros 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Gooftaadhaaf jedhaatii aangoo* namoonni hundeessan hundaaf bitamaa;+ inni iddoo ol aanaa waan qabuuf mootiidhaaf bitamaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi