Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Roomaa 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+
12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+