-
Daaniʼel 10:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Guyyoota sanatti ani Daaniʼel torban sadii guutuu gaddaan ture.+ 3 Torban sadii guutuu nyaata gaarii hin nyaanne, foon yookiin wayinii afaaniin hin qabne, akkasumas zayitii akkamii iyyuu hin dibanne.
-