-
Lallaba 9:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ani wanta kan biraas aduu jalatti nan arge; warri saffisan yeroo hundumaa dorgommii irratti hin moʼan, jajjaboonni yeroo hundumaa waraana irratti hin moʼan,+ ogeeyyiin yeroo hundumaa nyaata hin argatan, gamnoonni yeroo hundumaa qabeenya hin argatan,+ warri beekumsa qabanis yeroo hundumaa milkaaʼina hin argatan;+ sababiin isaas, yeroo fi wanti hin eegamne* hunduma isaanii irra ni gaʼa.
-