LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Abigaayil Daawitiin yommuu argitu, daftee harree irraa buutee adda ishiitiin lafatti gombifamtee Daawit duratti sagadde. 24 Achiis miila isaatti kuftee, akkana jette: “Yaa gooftaa koo, balleessaan isaa ana irratti haa taʼu; tajaajiltuun tee sitti haa dubbattu; atis wanta tajaajiltuun tee jettu dhagaʼi.

  • Fakkeenya 25:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Obsuudhaan ajajaan waraanaa ni moʼama,

      Arrabni laafaanis* lafee cabsuu dandaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi