LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Kanaafuu, Saamuʼel wanta Yihowaan dubbate hundumaa namoota mootii akka isaaniif muudu isa gaafatanitti ni hime.

  • 1 Saamuʼel 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ijoollee durbaa keessan fudhatee warra dibata* qopheessan, warra nyaata bilcheessanii fi daabboo tolchan isaan godhata.+

  • 1 Mootota 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Haa taʼu malee, Solomoon Israaʼelota keessaa eenyuun iyyuu garba hin godhanne;+ kanaa mannaa isaan loltoota isaa, tajaajiltoota isaa, bulchitoota isaa, ajajjoota raayyaa waraanaa isaa, ajajjoota warra gaarii fardaa oofanii fi ajajjoota abbootii fardeenii isaa turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi