-
Fakkeenya 31:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yaa Lemuʼel, mootonni,
Eeyyee, mootonni daadhii wayinii dhuguun isaanii,
Bulchitoonnis, “Dhugaatiin koo eessa jira?” jechuun isaanii sirrii miti.+
5 Kunis, dhuganii wanta labsame akka hin irraanfanneef,
Mirga warra rakkatoo taʼaniis akka hin jalʼisneefi.
-