LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Namni hamaan ni liqeeffata, hin deebisus,

      Namni qajeelaan garuu ni arjooma,* ni kennas.+

  • Luqaas 6:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Kennaa, namoonnis isiniif ni kennu.+ Isaan safartuu gaarii gad dhiibamee, sochoofamee irraa dhangalaʼuun safaranii kaasuu* keessanitti isiniif kennu. Sababiin isaas, safartuu isin itti safartanitti isaanis deebisanii isiniif safaru.”

  • 2 Qorontos 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.

  • 1 Ximotewos 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanta gaarii akka hojjetan, hojii gaariidhaan badhaadhota akka taʼan, arjoota akka taʼanii fi warra kaaniif hiruuf qophaaʼoo akka taʼan,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi