-
Lallaba 8:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis hojii Waaqa dhugaa hundumaa ilaalee, ilmaan namootaa wanta aduu jalatti raawwatamu hubachuu akka hin dandeenye+ nan beeke. Namoonni carraaqqii akkamii iyyuu yoo godhan, kana hubachuu hin dandaʼan. Isaan ogummaa wanta kana beekuuf gargaaru akka qaban yoo dubbatan iyyuu, dhugumaan kana hubachuu hin dandaʼan.+
-
-
Roomaa 11:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Badhaadhinni, ogummaanii fi beekumsi Waaqayyoo akkam gad fagoo dha! Murtiin isaa matumaa qoramuu hin dandaʼu, karaan isaas bira gaʼamuu hin dandaʼu!
-