Uumama 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+ Faarfannaa 146:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hafuurri isaa ni baʼa, innis gara biyyootti ni deebiʼa;+Guyyuma sanatti yaanni isaa ni bada.+
19 Ati lafa irraa waan argamteef+ hamma lafatti deebitutti dhamaatee dafqa keetiin nyaata* ni nyaatta. Ati biyyoo waan taateef biyyootti ni deebita.”+