Fakkeenya 16:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Dubbiin nama gammachiisu dhaaba dammaa ti,Lubbuutti* ni miʼaawa, lafees ni fayyisa.+ Fakkeenya 25:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+
11 Jechi yeroo sirrii taʼetti dubbatame,Akkuma poomii warqii miʼa meetii irraa tolfame keessa jiruu ti.+