LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 14:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Namni abshaalli ogummaadhaan karaa irra deemu ni hubata,

      Gowwoonni garuu gowwummaa isaaniitiin ni gowwoomfamu.*+

  • Fakkeenya 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Ogummaan kallattiidhaan nama hubannaa qabu dura jira,

      Ijji nama gowwaa garuu hamma handaara lafaatti asii fi achi joora.+

  • Yohaannis 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Wanti murtiidhaaf buʼuura taʼu kana dha: ifni gara addunyaa dhufeera;+ namoonni garuu hojiin isaanii hamaa waan taʼeef, ifa utuu hin taʼin dukkana jaallatan.

  • 1 Yohaannis 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Namni obboleessa isaa jibbu garuu dukkana keessa jira, akkasumas dukkana keessa deddeebiʼaa jira;+ dukkanichi ija isaa waan jaamseef, eessa akka dhaqu hin beeku.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi