Lallaba 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hojii aduudhaa gaditti hojjetame hundumaa nan arge,Kunoo, wanti hundi gatii hin qabu, akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.+ Lallaba 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kunis wanta baayʼee nama gaddisiisu* dha: Inni akkuma dhufetti deebiʼee deema; namni bubbeedhaaf jabaatee hojjetu buʼaa maalii argata ree?+
14 Hojii aduudhaa gaditti hojjetame hundumaa nan arge,Kunoo, wanti hundi gatii hin qabu, akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.+
16 Kunis wanta baayʼee nama gaddisiisu* dha: Inni akkuma dhufetti deebiʼee deema; namni bubbeedhaaf jabaatee hojjetu buʼaa maalii argata ree?+