-
2 Saamuʼel 3:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Achiis Daawit Yoʼaabii fi namoota isaa wajjin jiran hundumaatiin, “Uffata keessan tarsaasaa; uffata gaddaas uffadhaatii Abneeriif booʼaa” jedhe. Daawit Mootichi iyyuu siree reeffichaa duuba deemaa ture.
-