-
Hojii Ergamootaa 17:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namoonni Beeriyaa namoota Tasalonqee caalaa barachuuf fedhii waan qabaniif, wanti dhagaʼan dhugaa taʼuu isaa mirkaneeffachuuf, guyyuma guyyaadhaan Kitaabota Qulqulluu of eeggannoodhaan qoranii hawwii guddaadhaan dubbicha fudhatan.
-