-
Weedduu Weedduu Caalu 4:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yaa bubbee kaabaa, dammaqi;
Yaa bubbee kibbaa, ol seeni.
Iddoo biqiltuu kootti qilleensaʼi.
Urgaan isaa haa tamsaʼu.”
“Jaalalleen koo gara iddoo biqiltuu isaatti seenee
Firiiwwan filatamoo haa nyaatu.”
-