1 Qorontos 13:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Jaalalli matumaa hin badu. Haa taʼu malee, kennaan raajii dubbachuu ni hafa; qooqa biraadhaan dubbachuun* ni dhaabbata; beekumsas yoo taʼe ni hafa. 1 Qorontos 13:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, wantoonni sadan kun yeroo hundumaa jiraatu; isaanis amantii, abdii fi jaalala; isaan keessaa inni caalu garuu jaalala.+
8 Jaalalli matumaa hin badu. Haa taʼu malee, kennaan raajii dubbachuu ni hafa; qooqa biraadhaan dubbachuun* ni dhaabbata; beekumsas yoo taʼe ni hafa.
13 Haa taʼu malee, wantoonni sadan kun yeroo hundumaa jiraatu; isaanis amantii, abdii fi jaalala; isaan keessaa inni caalu garuu jaalala.+